Not yet a Member?

  • Meet 4 million+ friendly members
  • 5000+ video chat rooms
  • Free group video calls

Already a Member, login.



Chat for free with Paltalk members

  • Profile Picture
  • diida niinnii_3
    US Male, 18 years old
    About Me:  Hmmm... this person hasn't filled out the About Me section...Leave a message and tell them to do it today!

If this profile contains offensive material, please report it to us.

  • Photo here
  • Photo here
  • Photo here
  • Photo here

Post on Members's Guestbook:

diida niinnii_3
May 23, 2012 - 12:53:55 PM
Description: J/ Leenco Lata: Radiyoon Marii Biyyaa ? Radiyoon Marii Biyyaa Marsaa Oromian Explorerin qophawee torbanitti guyyaa tokko sanbata xiqqaa ykn saftii sa?a tokkoof sagantaa afaan Oromoon dabarsu kunoo ifatti jalqabee jira. Radiyoon Marii Biyyaa falma ummanni Oromoo hiree murteeffannaa isaaf baroota dheeraaf gochaa turee fi jiru irratti, akkasumas hala amma qabsoon bilisummaa Oromoo keessa jiruu fi egeree qabsoo kanaa irratti kan xiyyeeffate dirree marii ilaaf ilaameeti. Radiyoon Marii Biyyaa hayyoota, beektota qabsa?oota fi keessumoota adda addaa afeere dhimma biyyaarratti marii waliin godhun dhaggeeffatoota isaaf dhiheesa. Itti dabalees tattaaffii dagaagina, aadaa, og-barruu fi seenaa Oromoof ta?aa jiru keessattis hirmaannaa isaa ba?uuf kan hojjetu radiyoo walabaati. Fuuldura deemuuf of-duba millatu jedhu mitiire. Radiyoon Marii Biyyaa Sagantaa isaa isa jalqabaa kana keessatti Itti Aanaa H/D ABO duraanii obbo Leencoo Lataa waliin gaaffii fi deebii godhe fudhatee dhihaateera. Obbo Leencoos gaffii fi deebii kana keessatti haala deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo waggoota 40n darbanii, haala amma qabsono keessa jiruu fi egeree qabsoo kanaa irratti yaada xiinxalaa kennu. Yaadaa ykn gaaffii yoo qabaattan bilbila ykn email keenya armaan gadiin nu qunnamaa: Bilbila 404 424 4851 email: dhugaahima@gmail.com, dhugaa@oromianexplorer.org ?. Oromian Explorer @ OromianExplorer.org: O Explorer is an online weekly Radio and Blog that will strive to present issues relevant to Oromo and Oromian National struggle in an unbiased and an investigative manner. O Explorer will challenge as well as encourage all stakeholders, including individuals, groups, organizations either political as well as civic, to present and discuss their views in order to enlighten us and to create a common plat form that will help us unit in defending Oromian National Interest. Oromian Explorer is established by few free spirited and determined individuals to provide
close

Welcome to diida niinnii_3's profile!

diida niinnii_3 is a part of Paltalk.com, a large video chat community with over 4 million users and over 5000+ Video Chat Rooms

Click here to join and message this user!